Time in Ethiopia:

Tuesday, April 29, 2014

Afaan Oromo/Chapter 01 - Numbers

Unknown | Tuesday, April 29, 2014
Shopping Conversation
To play audio files, click the word, not the speaker icon. All audio files are OGG format, which are handled differently by different browsers.About this sound Play all
Maamila: Makorooniin jiraa? About this sound play
Abba suuqi: Jira. Kan akkamii barbaadda? About this sound play
Maamila: Gosa isa guddaa. Kiiloo walakkaa kenni. About this sound play
Abba suuqi: Tole. Waan biraa? About this sound play
Maamila: Kibiriitiin jira? About this sound play
Abba suuqi: Eeyee, meeqa barbaadda? About this sound play
Maamila: Gatiin isaa meeqaa? About this sound play
Abba suuqi: Darzana tokko qarshii shan. About this sound play
Maamila: Mi'aa dha. Hin hir'atu? About this sound play
Abba suuqi: Tole, qarshii afur danda'ama. About this sound play
Maamila: Dimshaasha meeqa? About this sound play
Abba suuqi: Afur fi torba saantima shantama qarshii kudha tokko saantima shantama dha. About this sound play
Maamila: Kunoo. Galatoomi. About this sound play
Abba suuqi: Atis galatoomi. About this sound play 
  
   The Numbers in Oromo 
    Numbers come after the noun they modify, so that “two mangoes” is “mangoo lama”, just as “five birr” is “qarshii shan” and 200 is dhibba lama. Ordinal numbers are formed by adding the suffix -ffaa or -affaa to the number. Fractions can be expressed by saying the numerator as a cardinal number and then the
denominator as an ordinal number

   Numbers 
 0 — zeeroo, duwwaa 40 — afurtama
1 — tokko 50 — shantama
2 — lama 60 — jahaatama, ja'aatama
3 — sadii 70 — torbaatama
4 — afur 80 — saddeetama
5 — shan 90 — sagaltama
6 — jaha, ja'a 100 — dhibba (tokko)
7 — torba 101 — dhibba (tokko) fi tokko
8 — saddeet 102 — dhibba (tokko) fi lama
9 — sagal ...
10 — kudhan 200 — dhibba lama
11 — kudha tokko 201 — dhibba lama fi tokko
12 — kudha lama ...
... 1000 — kumma (tokoo)
20 — digdama 2000 — kumma lama
21 — digdami tokko 2043 — kumma lama fi afurtami sadii
22 — digdami lama 5327 — kumma shan dhibba sadii fi digdami torba
...
30 — soddoma
31 — soddomi tokko
...
Ordinals
1sttokkoffaa
2ndlamaffaa
3rdsadaffaa
4tharfaffaa, afraffa
5thshanaffaa
6thjahaffaa
7thtorbaffaa
8thsaddeetaffaa
9thsagalaffaa
10thkurnaffaa, kudhaffaa
11thkudha tokoffaa

Fractions
1/2 — walakkaa (tokko lamaffaa)
1/3 — siisoo, nuusii (tokko sadaffa)
1/4 — kurmaana, ruubi (tokko arfaffaa)
7/8 — torba saddeetaffaa

Combining Numbers
When the same number is repeated, it applies to all items. Thus, “lama lama” means “everything is two (birr)”. Two numbers said together indicate amount of birr for number of items, as in “lama sadii” for “two (birr) for three (items)”.

Chapter Vocabulary
maamila customer
abba suuqi shop keeper
___ jira? “Do you have ___?” [lit. “Is ___ present?”]
meeqa how much/many
Gatiin saa meeqaa? “How much is its price?”
Barbaadda? “Do you want?”
barbaaduu to want
bituu to buy
___ bituun barbaada “I want to buy ___”
qarshii Ethiopian birr
saantima cent (100th of a birr)
deebii change [lit. “response”]
Mi'aa dha “It's expensive”
Rakasa dha “It's cheap”
gudda big
Kan akkami? “What kind?”
kilo tokko one kilo
Meeqa barbaadda? “How many do you want?”
Meeqa si keenu? “How many shall I give you?”
Waan biraa? “What else?”
Hin hiratu? “Is this your best price?”
___ naa keeni “Give me ___”
kunoo “Here you are”
fidi take it
danda'ama “It's possible”
tole O.K.
eeyee yes
lakkoofsa number
darzana dozen
dimshaasha total
fi and
tuqaa (decimal) point
kibiriitii matches
waan biraa something else
galatoomi thank you

  Source: Wikibooks

No comments: